Ijaarsa Gamoo deeggarsa Awuliyaa fi Misoomaaf dhagaan bu’uraa kaa’ame

Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Ijaarsa Gamoo deeggarsa Awuliyaa fi Misoomaaf dhagaan bu’uraa abbaan darbii 19 kaa’ameera.

Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebee fi Barreessaa Olaanaan Liigii Musliimaa Idil Addinyaa Sheek Mahaammad Biin Abduulkariim Al Isaan ijaarsa gamichaaf dhagaa bu’uuraa kana kaa’aniiru.

Kantibaa Adaanachi Abeebee dabalatee Pireezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa Sheek Hajjii Ibraahiim Tufaa fi Barreessaa Olaanaan Liigii Misliimaa Idil Addinyaa Sheek Mahaammad Biin Abduulkariim Al Isaan, akkasumas keessummoonni waamichi taasiifameef saganticharratti argamuu ragaan Waajjira Kantibaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment