IGAD murtoo mootummaan Ityoophiyaa dhiyeessa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay saffisiisuuf fudhate dinqisiifate

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa murtoo mootummaan Ityoophiyaa dhiyeessa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay saffisiisuuf walitti bu’iinsa dhaabuu fudhate dinqisiifateera.
Mootummaan Ityoophiyaa dhiyeessa deeggarsa namoomaa Naannoo Tigraay saffisiisuuf walitti bu’iinsa dhaabuuf murteessuun kan yaadatamuudha.
Murtoo kana hordofee Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa ibsa laateen, murtoo mootummaa Ityoophiyaa kan dinqisiifatu ta’uu ibseera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment