Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)- Idoowwan waraanaan miidhamaan deebisanii dhaabuuf diyaaspooraa waliin mariin gaggeeffamaa jira.
Garee shororkeessaa ABUT’tiin naannolee Amaaraa fi Affaar miidhaan irraa ga’ee deebisanii ijaaruuf kan tumsuu mariin Hoteela Iskaay Laayiititti gaggeeffama jira.
Waltajjicharratti Ministioonni, hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon, diyaaspooraa fi qaamoleen waamichi taasifameef argamaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.