Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) – Ida’aamuun dallaa qoqqoodinsaa diiguun gara tokkummaatti dhufuudha jedhan Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad.
MM Abiy Ahimad fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsaniiti Waggoottan sadeen darbanitti naannawaa tokkummeessuuf tattaaffiin taasifame hariiroo uummattootaaf murteessaa ture jedhaniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa fi diyaasporoota Gaanfaa Afrikaa ida’aamuun dhugaa Ityoophiyaaf dhaabbatan dinqisifatanniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.