Hundeeffamni mootummaa naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 14, 2014(FBC)- Hundeeffamni mootummaa naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa haaraan gaggeeffamaa jira.

Godinaaleen 5 fi aanaan addaa tokko waliin ta’uun sagantaan mootummaa naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa hundeessuun magaalaa Boongaatti gaggeeffamaa jira.

Murtoo ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Fulbaana 20 gaggeeffame hordofee sagantaan naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa 11ffaa hundeessuun gaggeeffamaa jira.

Naannoon Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa naannoo 11ffaa ta’uun Heerri mootummaa naannichaa ni ragga’aan eegama.

Preezdaantii fi Af Yaa’iin naannichaa ni moggaafamuun eegama.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

 

Comments (0)
Add Comment