Hundeeffamni Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa waggaa 20ffaan kabajamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Hundeeffamni Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa waggaa 20ffaan kabajamaa jira.

Sirna kabajaa kanarrattis Preezdaantii FDRI Saahilwarq Zawudee  argamniiru.

Sagantiichaa irrattis qaamolee malaammaltummaa ittisu keessatti qooda olaanaa qabaniif beekkamttiin ni kennamaaf jedhameera.

Misikkir Sinaaffiqtu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment