Humnoota nageenya booreessan irree tokkoon ni injifanna –Obbo Dastaa Leeddaamoo

Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Humnoota nageenyaa booreessaan tokkummaan injifachuun nageenya Ityoophiyaa tiksina jedhan Pireezidantiin mootummaa Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo.
Qammeen 3 guyyaan nageenyaan Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaattii kabajamaa jira.
Kutaaleen hawaasaa hundi raayyaa nageenyaa ta’uu akka qaban Obbo Dastaa Leeddaamoon ibsaniiru.
Mootummaan naannicha nageenyaan mirkaneessuuf hojjacha jiraachuu himaniiru.
Hojii nageenya waaraan mirkaneessuu hojjetamaa jiru hawaasni tumsuu akka qaban gaafataniiru.
Humnoota nageenyaa booreessan irree tokkoon ni injifanna jechuu isaanii ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarra argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment