Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC)- Humni Qilleensaa FDRI haala kanaan duraa caalaatti garee shorokeessaa ABUT’iin haleelaa jiraachuu ibsameera.
Humni qilleensichaa haala kanaan duraarra caalaatti garee shororkeessaa kana haleeluu fi sirna awwaalcha raawwachuuf hojii bal’aan hojjetamaa jiraachuu Itti aanaan ajajaa Humna Qilleensaa fi Loojistikii Birgaadeer Jeneraal Nagaraa Leellisaa ibsaniiru.
Tattaaffii ga’umsa dhaabbaticha teeknooloojiinis ta’e humna namaan guddisuuf taasifamu cinatti weerara biyyarratti aggaamame fashaleessuuf hojii boonsaa fi injifannoo guddaa galmeessaa jiraachuu eeraniiru.
Humni qilleensichaa awwaalchi garee shororkeessaa ABUT akka ariifatu ergama itti kenname ba’achaa jiraachuu ibsuun, sochii garichaa hordofuun haleelaa jiraachuu ibsaniiru.
Maddi:- DhPI
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.