Humni komaandoo poolisii federalaa gareen ABUT mana amala sirreessaa ”baadoo Sidist” keessaatti uffataa fi meeshaalee itti fayyadamaa ture barbadeesse

Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC)- Humni komaandoo poolisii federalaa magaalaa Maqaleetti kan argamu mana amala sirreessaa ”baadoo sidist” keessatti sakattoo taasiseen gareen ABUT hojii seeraan alaaf itti fayyadamaa kan ture uffataa fi meeshaalee barbadeesseera.
Bakkichatti hidhaan seeraan alaa fi reebichi raawwatamaa akka ture itti aanaan komaandaara Mahaammad Asaffaan ibsaniiru.
Komaandichi iddoowwan wal fakkataatti hojii sakattoo hojjechaa jiraachuus hamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment