Humni Galaanaa Ityoophiyaa miseensota humna galaanaa ogummaa adda addaan leenji’an eebbise

Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Humni Galaanaa Ityoophiyaa miseensota humna galaanaa ogummaa adda addaan leenjii bu’uuraa leenji’an eebbisiiseera.

Leenjitoonni kunneen ogummaa Naavigeeshinii, Elektirikaa, Komunikeeshinii, Armaamanii fi kanneen biroon biyya keessaa fi alatti lan leenji’an ta’uu ibsameera.

Itaamaajoorii Humna Waraanaa waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Ajajaa Olaanaa Humna Galaanaa Riir Admiiraal Kinduu Gazzuu, Qondaaltoonni waraanaa olaanoo fi Attaasheewwan biyyoota garaagaraa sirna eebbaa kanarratti argamuu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment