Humni diinaa adda waraanaa Baatii Kaasaagiitaan humna walitti qabatee dhufe barbadaa’uu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC) – Humni diinaa adda waraanaa Baatii Kaasaagiitaan humna walitti qabatee dhufe guutumaa guutuutti barbadaa’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.

Lola har’aa guyyaa guutuu gaggeeffameen Raayyaan Ittisaa fi Humni Addaa Afaar injifannoo galmeessuu ibsameera.

Lola kanaan gaarreen murteessoon waraanaaf mijataa ta’an 2 raayyaa ittisaan too’atamuu himameera.

Tibba kana garichi miillee to’anna jechuun humni walitti qabate hidhattoonni diinaa kuma kudhaniin lakkawwaman ajjeeffamuu ibsameera.

Hidhattoonn Hedduu fi meeshaalee waraanaa garaagaraa booji’amuus Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa ibseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment