Humni badii garee ABUT akka hin deebinetti barbadaa’eera- Dooktar Qana’aa Yaadata

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Humni badii garee ABUT akka hin deebinetti barbadaa’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Qana’aa Yaadataan ibsaniiru.
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuutin miseensonnii humna addaa fi milishaan harka laatan giddugala leenjii ajajaa kibbaatti leenjii fudhataa jiran waliin mari’ateera.
Gareen faayida dhuunfaa fi dheebuu angoosaatif lammiilee Ityoophiyaarratti gochaa badii raawwateen akka hin deebineetti barbadaa’uu ibsameera.
Itti gaafatamaan qajeelcha olaanaa leenjii hawaasaa Letenaal Jeneraal Hasan Abraahim gama isaaniitin, lammiileen osoo beekanii fi hin beekiin juuntaa waliin hiriiran gara jiruu fi jireenyaasaatti deebisif tattaaffiin olaanaan taasifamuu ibsaniiru.
Qaamoleen harka laataan 764 leenjii fudhachaa jiru jedhameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment