Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministeera fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Afrikaa Bahaatti Ergamaa addaa Ameerikaa Deeviid Saataarfiild waliin mari’ataniiru.
Qaamolee lameen dhimmoota hariiroo waloorratti mari’ataniiru.
Obbo Dammaqaan deeggarsa namoomaa dhaabbilee deeggartoota naannoo Tigraayiif taasisaniif tumsa barbaachisuu taasisuuf mootummaan murannoo qabachuu ibsaniiru.
Gareen shororkeessaa ABUT deeggarsi namoomaa kun akka gufatuu taasisuu fi haleellaa garichi naannolee olaarratti qaqqabsiisaa jiru ilaalchisee ibsa taasisaniiru.
Obbo Dammaqaan HR 6600 hariiroo Ityoophiyaa fi Ameerikaa baroota dheeraa tilmaamama keessa kan galchee miti jedhaniiru.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.