Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Hospitaalli waliigalaa Musee magaalaa Adaamaatti ijaarrame eebbifameera.
Hospitaalichi baasii Birrii miiliyoona 100’n ijaarramu ibsameera.
Eebba hospitaalichaarratti Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa, Sadarkaa Preezdaantii Itti aanaatti Qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa obbo Abdulhaakim Muluu, Hogganaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dookta Mangistuu Baqqalaa fi Kantiibaan Magaalaa Adaamaa obbo Haayiluu Jaldee argamaniiru.
Hospitaalli Musee walla’ansa waliigalaa kan kennuu fi qulqullinarratti kan xiyyeffateedha jedhan Abbaa Qabeenyaa Hospitaalichaa Dooktar Daagim Asaffaan OBNtu gabaase.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna