Hospitaalli Paawuloos sababa Koronaatiin tajaajila kalee baasanii dhabuu adda citee ture eegale

Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Hospitaalli Rifeeraalaa Qiduus Paawuloos sababa koronaatiin adda citee kan ture tajaajila wal’aansaa kalee baasanii dhabuu eegaleera.

Hospitaallichi tajaajilicha ilaalchisuun ibsa kenneen, tajaajilicha durse kennuu eegaluuf yaaluus sababa hanqina qorichaa fi meeshaaleen mudateen tajaajila osoo hinkenniin waggoota lamaaf turu beeksiseera.

Hospitaalichi Fulbaana 18, 2015 hanga ammatti namoota shaniif tajaajila kalee baasanii dhabuu akka kenne ibsuun, hospitalichi waggatti namoota 50-60’f tajajilicha akka kennu dubbataniiru.

Tigisti Amaammaawutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment