Hospitaalli jalqabaa magaalaa Wagalxeenaatti argamu guutumaan guutuutti garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’uu ibsame

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Hospitaalli jalqabaa aanaa Dalaantaa magaalaa Wagalxeenaatti argamu guutumaan guutuutti garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’uu ibsame.

Hospitaalichi lammiilee kuma dhibba 6 ta’aniif tajaajila kennuu kan danda’u ta’uu fi yeroo ammaa guutumaan guutuutti barbadaa’uu fi saamamuu ibsameera.

Miidhaan hospitaalicharra ga’e guddaa ta’us yeroo gabaabaa keessatti tajaajila kennuu akka danda’uuf hojjetamaa jiraachuu eerameera.

Layikuun Alamtu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment