Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Hospitaalli jalqabaa Hayiqii garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’ee ture deeggarsa hospitaalli Waliigalaa Eekkaa Kotobee taasiseen hojii eegaluu ibsame.
Hospitaalicha gara hojiitti galchuuf hospitaalli Waliigalaa Eekkaa Kotobee qorichootaa fi meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 7 fi kuma dhibba 5tti shallagamu guyyoota shanan darban keessa gara hospitaalichaatti galchuu ibsameera.
Hospitaalichi deeggarsa taasifameefiin guyyaa har’aa tajaajila laachuu eegaluu AMKn gabaaseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.