Hospitaala waliigalaa Komboolchaaf meeshaalee yaala fayyaa tilmaama Birrii miiliyoona 105 taasifameef

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Hospitaala waliigalaa Komboolchaaf meeshaalee yaala fayyaa tilmaama Birrii miiliyoona 105 taasifameera.
Hospitaala Waliigala Komboolchaa hojii eegalchiisuuf kan ooluu meeshaalee yaala fayyaa tilmaama Birrii miiliyoona 105 taasifameera.
Meeshaleen yaala kunneen dhaabbanni gargarsaa Qalam jedhamuu bulchiinsa magaalaa waliin qindoominaan akkasumaas ‘United relief Service’ irraa deeggarsa maallaqaa argamee ta’u ibsameera.
Yikkabar Alamuutu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment