Hospitaala Alartitti giddugalli namoota dhibee Sammuu qabanii dandamachiisuu ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Hospitaala Alartitti giddugala namoota dhibee Sammuu qabanii dandamachiisuu ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’amuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Misoomni Habashaa Bilaalii fi Odeeffannoo Afooshaa  Hospiitaala Alarti waliin ta’uun giddugala namoota dhibee Sammuu qabanii dandamachiisuu ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’amu ragaan Ministeera Fayyaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment