Horsiisee Bultoonni Godina Booranaa Aanaa Dhaas lammiilee sababa hongeen midhamaniif deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) – Horsiisee Bultoonni Godina Booranaa Aanaa Dhaas lammiilee sababa hongeen midhamaniif beelladoota kuma 1fi 900 ol deeggarsa taasiisaniiru.

Horsiisee bultoonni kunneen Re’oota kuma 1fri 878, Gaalawwan 27 fi Harroota 4, waliigala beelladoota 1fi 900 ol marsaa 2ffaaf deeggarsa taasisuu Itti gaafatamaan Waajjira Buusaa Gonofaa aanaa Dhaas obbo Bonayyaa Waaqoo himuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Dhaasirraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment