Hoolataatti Atileet Tigist Asaffaaf simannaan taasifame

Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) –Shaampiyoonaa Maaraatoonii Barliirratti Rikardii addunyaa foyyeessuun kan injifatte Atileet Tigist Asaffaaf Magaalaa Hoolataatti simannaan gootaa taasifameera.

Atileet Tigist rikardii maaraatoonii Addunyaa Atileetii Keeniyaa Birij Kosgiin bara 2019 qabamee daqiiqaa 2 oliin foyyessuun injifachuun ni yaadatama.

Atileet Tigist Magaalaa Hoolataatti dhalattee guddattee Milkaa’ina Atileetiksii har’aaf ka’umsi ishee Piroojektii Atileetiksii Holataa ta’uu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment