Hooggantoonni hojii Ityoo-Teeleekoom proojaktii Wancii daawwachaa jiru

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Hojii Raawwachiiftuu Olaantuu Ityoo-Teeleekoom aadde Fireehwaat Taammiruu dabalatee hoggantoonni hojii olaanoon proojaktii Wancii daawwachaa jiru.
Daawwannichi Ityoo-Teeleekoomiin hojii proojaktichaaf raawwattu ilaalchisuun haal-duree mijeessuuf kan kaayyeeffate ta’uu ibsamera.
Ityoo Teeleekoom Proojektii Maaddii Biyyaaf Birrii miiliyoona dhibba 5 deeggarsa taasiisuun kan yaadatamudha.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment