Hooggantoonni fi bakka buutonni paartilee siyaasaa boordii filannoo biyyaalessatti qophii meeshaalee filannoo daawwatan

Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) –Hooggantoonni fi bakka buutonni paartilee siyaasaa boordii filannoo biyyaalessatti qophii meeshaalee filannoo daawwatan.

Filannoo biyyaalessaa 6ffaaf boordii filannoo biyyaalessaa raawwatamaa kan jiru, qophii meeshalee filannoo hooggantoonni fi bakka buutonni paartilee siyaasaa daawwataniiru.

Daawwanichaarratti boordiin filannoo biyyaalessaa gama isaan meeshaalee filannoo bara kanaaf qophaa’anirratti ibsa laateera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment