Hojmaataa fi Naamusa Mana Marichaa fooyyessuuf hojjetamaa jira-MMBU

Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)–Hojmaataa fi Namuusa miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fooyyessuuf hojjetama jiraachuun ibsameera.

Gabaasni fooyyeessa dambii hojimataa fi namuusaa miseensoota mana marichaf dhiyaateera.

Fooyyessi dambichaa, riifoormii biyyaaleesaa eegaleen, gurmaa’insa amma fi hojimataa teeknooloojjin deeggaramee hordofuuf akkataa dandeessisuurratti xiyyeeffachuun gabaasni dhiyaateera.

Dambii hojimataa fi naamusaa miseensota mana marichaa foyyeessuu lakkoofsa 6/2008 irratti hojiilee hojjetamaniin, koree Gorsituu fi Qindeessituu mana marichaaf dhiyaachuun yaadni irratti kennameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment