Hojjiilee qonna magaalaa kutaalee magaalaa Shaggar daawwate

Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti hojiilee qonna magaalaa kutaalee Magaalaa Furii fi Galaanitti hojjetamaa jiran daawwatame.

Dawwanicharratti, Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu, Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan dabalatee qondaltonni bulchinsa Magaalaa Shaggar biroon argamaniiru.

Daawwannichan qe’een qonnaan bultoota adda duree, sagantaa ‘’Nyaataa koo Qe’ee Kootii’’ jedhuun kuduraalee fi muduraalee misoome, akkasuma horsiisa loon aannanii fi qamadii kilaastaraan misoome daawwachuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment