Hojjettoota Bulchiinsa masaraa mootummaa keessatti waggoottaan 38 ol tajaajilaniif beekkamtiin kenname

Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) – Hojjettoota Bulchiinsa masaraa mootummaa FDRI keessatti waggoottaan 38 oliif sadarkaa itti gaafatamummaa garaagaraan tajaajilaa turaniif beekkamtiin kennameera.

Hojjettoota waggoottaan 38 darbaniif humnaa fi beekkumsa isaaniin tajaajilan kanneeniif beekkamtii fi badhaasni maallaqaa kennamuu ibsameera.

Sadarkaa Ministir Deetaatti Daayrektarri Olaanaan Bulchiinsa Masaraa Mootummaa Obbo Mitikkuu Dheereessaan hojjettoota amanamummaan tajaajilaa turan kanneeniif beekkamtii laachuun galateeffataniiru.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment