Hojjettoonnii fi hoggantoonni Waajjira Olaanaa Paartii Badhaadhinaa oomisha duultota adda waraanaa walitti qaban

Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Hojjettoonnii fi hogganttoonni Waajjira Olaanaa Paartii Badhaadhinaa oomisha namoota adda waraanaatti duulanii walitti qabuu ibsame.

Hojjettoonnii fi hoggantoonni kunneen Godina Addaa Naannawaa Finfinnee magaalaa Sandaafaa aanaa Barraak ganda Dhaabee Muudaa Godootti argamuun oomisha qamadii maatii duultota adda waraanaa walitti qabuu ibsameera.

Maddi:- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment