Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC) – Hojjettoonni fi barsiisoonni Yuunvarsiitii Aarbaa Minci Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Qaamoleen kunneen mindaa ji’a 1 Raayyaa Ittisaaf laataniiru.
Hojjettoonni bulchiinsaa fi Barsiisonni Yuunvarsiitichaa mindaa baatii tokkoo dabalataan dhiigas arjoomuu isaanii Itti aanaan Preezdaantii Dhimmoota Bulchiinsaa Dooktar Malkaamuu Maadaa dubbataniiru.
Yuunvarsiitichi yeroo itti aanus dhimmoota biyyaalessaarratti deeggarsa taasiisu cimsee kan itti fufu ta’uu eeraniiru.
Taariknash Seettaatu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.