Finfinnee, Hagayyaa 7,2013 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa mindaa isaanii ji’a tokkoo Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuuf murteessaniiru.
Nagaan hunda dursa,yoo nagaan jiraate nutis jiraanna kan jedhan hojjettoonni Waajjirichaa,gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa lubbuu qaalii deebii hin qabne wareegee nageenya biyyaa eegaa jiru miindaa fi dhiiga arjoomuun ni tumsina jechuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaarraa argame.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.