Hojjettoonni mootummaa magaalaa Finfinnee mana isaanii taa’anii akka hojjetan murtaa’e

Finfinnee, Bitootessa 15, 2012 (FBC) -Hojjettoonni mootummaa magaalaa Finfinnee guyyaa boruu Bitootessa 16, 2012 irraa eegalee mana isaanii taa’anii akka hojjetan murtaa’e.

Itti aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa UUmaa akka ibsanitti; “Hojjettoonni mootummaa magaalaa Finfinnee guyyaa boruu Bitootessa 16, 2012 irraa eegalee yeroo hin murtoofneef mana isaanii taa’ani akka hojjetan” jedhaniiru.

Comments (0)
Add Comment