Hojjettoonni Faanaa FM 94.0 Dabra Birhaan oomisha maatii dultoota walitti qaban

Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Hojjettoonni Faanaa FM 94.0 Dabra Birhaan oomisha maatii adda waraanaatti duulanii walitti qabaniiru.

Hojjettoonni kunneen godina Shawaa Kaabaa aanaa Mooriitii fi Jurruutti argamuun oomisha maatii duultoota walitti qabaniiru.

Hojjettoonni Faanaa FM 94.0 Dabra Birhaan duula birmaddumaa biyyaan ogummasaaniin shooraa ba’aataan irra darbe miidaasaanii baatii tokkoo raayyaa bittisa biyyaaf arjoomaniiru.

Abbabaa Yaashaawaluu’aaltu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment