Hojjettoonni Faanaa Biroodkaastingi Koorporeet Agarsiisaa “Torbee Dippilomaasii” daawwatan

Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Hojjettoonni Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet agarsiisa “Torbee Dippilomaasii” Godambaa Saayinsiitti qophaa’e daawwatan.

Dabalataa hirmaattoonni Waajjira Ministira Muummee fi Waajjira Pireezidaantirraa baba’an agarsiisicha daawwataniiru.

Waa’ee agarsiisichaa fi hojiilee dippilomaasii hojjetaman ilaalchisee hojjettoonni Ministeera Dhimma Alaa ibsa bala’a kennuu ragaan Ministeeraa Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.

Hirmaattonni daawwannichaa Itiyoophiyaan biyyootaa addunyaa fi dhaabbilee ardii Afrikaa waliin hariiroo dippiloomaasii uumuuf hojiilee hojjataman dinqisiifataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment