Hojjettoonni Ejensii Mirkaneessa Madaallii Ga’umsa Ogummaa Oromiyaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf mindaa ji’a 1 laachuuf waadaa galan

Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) – Hojjettoonni Ejensii Mirkaneessa Madaallii Ga’umsa Ogummaa Oromiyaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf miindaa ji’a 1 deeggarsaan laachuuf waadaa galaniiru.
 
Hojjettoonni Eejensichaa mindaa ji’a 1 Birrii kuma dhibba 4 fi kuma 11 fi 659 Raayyaa Ittisa Biyyaaf laachuuf murteessuu ragaan Ejensii Mirkaneessa Madaallii Ga’umsa Ogummaa Oromiyaarraa argame ni muul’isa.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment