Hojjettoonni dhaabbilee mootummaa adda addaa oomisha maatii duultootaa walitti qaban

Finfinnee, Muddee 2, 2014 (FBC) – Hojjettoonni mootummaa Biiroo Abbaa Taayitaa Eeggumsa naannoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Godina Wallaga Lixaa aanaa Gaanjii oomisha maatii duultootaa walitti qabaniiru.

Dargaggoonni Tola ooltootaa fi jiraattoonni kutaa magaalaas Aanaa Sabbataa hawaasitti argamuun oomisha maatii duultootaa walitti qabaniiru.

Hojjettoonni mootummaa Biiroo Abbaa Taayitaa Eeggumsa naannoo Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aanaa Qimbibiitiitti argamuun oomisha maatii duultootaa walitti qabaniiru.

Hojjettoonni Mootummaa Godina Wallaga Lixaa aanaa Gaanjii fi Koolleejjii Innaat Kaampaasii Xooraa oomishaa fi Buna maatii duultootaa walitti qabaniiru.

Koolleejjii Innaat Raayyaa Ittisaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 1.2 ol taasiisuun daa’imman maatii duultootaa 10f carraa barnootaa laateera.

Gammachuu Beekumaatu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment