Hojjettoonni Abbaa Taayitaa Bunaaf Shaayi 15 yakka malaammaltummaan shakkamuun to’ataman

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Hojjettoonni Abbaa Taayitaa Bunaaf Shaayi keellawwan garaagaraarra hojjetan 15 yakka malaammaltummaan shakkamuun to’annoo jala ooluu ibsame.

Eeruu ummataan bu’uura taasisuun Poolisiin Federaalaa, Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa abbaa taayitichaa waliin ta’uun namoota kanneen to’annoo jala oolchuu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment