Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Hojjeettoonni Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa miindaasaanii baatii tokkoo Birrii miiliyoona 3.8 ol laachuuf murteesaaniiru.
Hojjettoonni biirichaa Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa dhaabachuudhan birmadummaa biyyaa eegudhaaf qorichaa fi meeshaalee yaalaa isaan barbaachiisu qabachuudhaan adda waraanaatti dirqama isaanii bahaa jiru.
Dirqama oguumma fi lammuumma isaanii bahuuf caalmaan akka fufsiisaan himuu ragaan Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.