Hojiiwwan tumsa misoomaa Ityoophiyaa fi Ameerikaarratti mariin taasifame

Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee hojiiwwan tumsa misoomaa Ityoophiyaa fi Ameerikaarratti mari’achuu beeksisaniiru.

Ministirichi Ityoophiyaatti dhimma raawwachiiftuu mootummaa Ameerikaa Ambaasaaddarri Tireesii Jaakoobsaanii  fi hogganaan dhaabbata deeggarsa Ameerikaa Sheen Joonsaan waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniitin mootummaan waraanaa dhaabuuf murtoon dhuukaasa dhaabuu fi naannoo Tigraay, Amaaraa fi Affaariitti raabsaa deeggarsa namoomaarratti mari’ataniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment