Hojiin tola oltootaa hambaa dhaloota ammaa ta’ee kan tajaajiluudha-aadde Mufariyaat Kaamiil

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa FDRI aadde Mufariyaat Kaamiil tola oltootaa Yuunvarsiitii Jigjigaa keessaatti leenji’aa jiran waliin mari’ataniiru.
Jilli aadde Mufariyaatiin durfamuu Yuunvarsiitii Jigjigaa keessaatti tola oltootaa leenji’aa jiran 471 daawwateera.
Aadde Mufariyaat murannoo tola oltootaa kanneen dinqisifachuun hojiin tola oltootaa hambaa dhaloota amma ta’ee tajaajiluu akka danda’aa jechuusaanii ragaan Yuunvarsiitii Jigjigaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment