hojiin siivilii Dhaabbata Daabboo Shaggar xumurame

Finfinnee, Muddee 12, 2012 (FBC) – hojiin siivilii Dhaabbata Daabboo Shaggar xumuramuu ibsame.

Injiinar Taakkalaa Uumaa dabalatee miseensootni kaabinee bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi hoggantoonni olaanoon ijaarsi isaa baatii ja’a dura kan eegalee sadarkaa ijaarsa Dhaabbata Daakuu fi Daabboo Shaggar daawwataniiru.

Dhaabbanni oomisha Daakuu fi Daabboo Shaggaar hojiin maashina dhaabuu baatii tokko keessatti kan xumuramu yoo ta’u, baatii lama keessatti gara oomishaatti ni gala jedhameti eegama.

Injiinar Takkalaan Ijaarsi dhaabbaticha yeroon xumuramee jiraattootaaf tajajiila akka kennuuf bulchiinsi magaalaa deeggarsa barbaachisu hunda ni taasisa jedhaniiru.

Comments (0)
Add Comment