Hojiin misooma Koriidarii guddina waaraa fi walitti hidhamiinsa magaalotaa kan guddisuudha – Aadde Caaltuu Saanii

Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Hojiin misooma Koriidarii hojjetamaa jiru guddina waaraa fi walitti hidhamiinsa magaalotaa kan cimsu ta’uu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin ibsan.

Yeroo ammaa Finfinnee dabalatee magaaloota 31 keessatti hojiin misooma Koriidarii hojjetamaa jiraachuu Aadde Caaltuun ibsaniiru.

Hojiileen kunneen jireenyaa magaalaa caalmaatti mijataa kan taasiisan ta’uu eeraniiru.

Magaaloota ammayyaa fi Ismaartii uumuun guddinaa fi walitti hidhamiinsa magaalootaa ni cimsa jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment