Hojiin lammiilee Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebisuu itti fufeera

Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC)- Balalli ganama har’a taasifameen daa’imman 101 dabalate lammiileen 441 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uusaanii Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiseera.

Mootummaan lammiilee gara biyyaa deebisuutin deeggarsoota garagaraa akka argatan taasisaa jiraachuu ibsuun, hojiin lammiilee gara biyyaa deebisuu guyyaa 11ffaa qabateera.

Kanaanis hanga ammaatti lammiilee kuma 4 fi 900 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment