Hojiin deebisanii misoomsuu Hambaa Idil Addunyaa Jugalirratti hojjetame yaa’insi turistii akka dabalu taasiise – Obbo Ordiin Badirii

Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Hojiin deebisanii misoomsuu Hambaa Idil Addunyaa Jugalirratti hojjetame yaa’insi turistii akka dabalu taasiisuu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin ibsan.

Jugal hambaa Idil Addunyaa ta’ee akka turu hojiin deebisanii misoomsuu hojjetame Yaa’insi Turistii akka dabalu taasiisuu Obbo Ordiin himaniiru.

Obbo Ordiin Badiriin hojii deebisanii misoomsuu hojjetame daawwataniiru.

Nageenyummaan hambichaa akka eegamuu fi daawwattootaaf haala mijatuun hojjetamuun isaa caalmaatti xiyyeeffannoo akka argatu taasisuu dubbachuu himuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment