Hoggantootni Olaanoon naannoofi miidiyaaleen biyya keessaa Kibba Oromiyaatti hojilee misoomaa daawwachaa jiru

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon naannoofi miidiyaaleen biyya keessaa Godina Gujiitti hojiilee misoomaa daawwachaa jiru.

Jilli kun qindeessummaa Biiroo Qonnaafi Biiroo Komnikeeshiinii Oromiyaatiin sochilee misooma qonna Arfaasaafi Gannaa godinichaa daawwachaa jira.

Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurramaniifi Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu dabalatee hoggantootni olaanoon kunneen hawaasa Godina Gujii Aanaa Booree waliin dhimma misoomaafi nageenyaarratti mari’achuu kallachi Oromiyaa gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment