Hoggantootaa fi miseensota humna duula addaa fi humna eegumsaa Riippaabilikaaf sagantaan beekamtii kennuu gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 17, 2014 (FBC) – Hoggantootaa fi miseensota humna duula addaa fi humna eegumsaa Riippaabilikaa duula seera kabachiisuu, duula birmadummaa fi duula tokkummaa sabdaneessummaarratti raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif sagantaan beekamtii kennuu gaggeeffameera.

Saganticharratti Itaamaajuurshuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Ityoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan argamuu ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment