Hoggantootaa fi miseensota ergama isaanii gootummaan raawwataniif simannaan taasiifame

Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Hoggantootaa fi miseensota Poolisii Federaalaa ergama isaanii gootummaan raawwatanii deebi’aniif simannaan taasiifameera.

Hoggansa addaa farra shororkeessummaa fi miseensota ergama isaanii gootummaan xumuranii deebi’aniif Mooraa Humna dafee qaqqabaa Kolfeetti simannaa ho’aan taasifameera.

Ajajaan Qajeelcha Waliigalaa fi Itti Aanaan Komishinaraa Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Malaakuu Faantaan bakka argamanitti simannaan addaa taasiifamuufii ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment