Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni mootummaa naannoo Oromiyaa sochii ‘No More’ jedhutti makamaniiru.
Mata duree ‘Anis Muummicha Ministeera waliin biyya koof nan duula’ jedhuun sochichatti makamuun isaanii ibsameera.
Hoggantoonnii fi hojjettoonni kunneen duula oomisha midhaan maatii gootota adda waraanaa deemanii sassaaban irratti sochichatti makamuu isaanii ibsu ragaan BDHKMNO irra argamee ni muul’dhisa.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com
/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateef