Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeerri Maallaqaa fi Dhaabbileen waamamtootaa naannoo Afaaritti biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeerri Maallaqaa fi Dhaabbileen waamamtootaa naannoo Afaar aanaa Dubtiitti biqiltuu dhaabaniiru.

Sagantaa Ashaaraa magariisaa kanarratti Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee dabalatee haggantoonnii fi hojjettoonni ministeerichaa fi dhaabbilee waamamtootaa argamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo:
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment