Hoggantoonnii fi hojjettoonni ministeera Galiiwwanii dhiiga arjooman

Finfinnee, Sadaasa 1, 2013 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaa fi qaamoolee nageenyaa biroo duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf naannoo Tigiraayitti argaman deeggaruuf hoggantoonnii fi hojjettoonni ministeera Galiiwwanii dhiiga arjoomaniiru.

Hojjettoonni dhababatichaa 200 ol ta’an dhiiga arjooman dirqama irratti kan argaman Raayyaa Ittisa Biyyaa fi qaamolee nageenyaa biroo deeggaruuf ta’uu ibsaniiru.

Ministirri Galiiwwanii obbo Laaqee Ayyaalaw akka himanitti birmadummaa biyyaa eegsisuuf olaantummaa seeraa kabachiisurratti kan argaman Raayyaa Ittisa Biyyaaf sirni dhiiga arjoomuu gaggeeffameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

Comments (0)
Add Comment