Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Fayyaa fi Tajaajilli Baankii dhiiga Biyyoolessaa raayyaa ittisaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Fayyaa fi Tajaajilli Baankii dhiiga Biyyoolessaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.

Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan sagantaa arjoommi dhiigarratti haasa taasisaniin, haalli biyyi keenya ammaa irra jirtu lammiilee hedduun dhiigi kan isaan barbaachiisuudha jedhaniiru.

Hoggantoonnii fi hojjettoonni tajaajila baankii dhiiga biyyoolessaa lammiilee fi raayyaa ittisa biyyaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf adda waraanaatti aarsaa kaffalaa jiran cinaa dhaabbachuun dhiiga arjoomuu fi deeggarsa meeshaalee taasisaa jiru.

Zufaan Kaasahunii fi Haayimaanoot Iyyaasuutu gabaase

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

Comments (0)
Add Comment