Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Barnootaa fi dhaabbilee waamamtootaa Naannoo Sidaamaatti biqiltuu dhaabuun meeshaalee barnootaas deeggarsa taasiisan.
Qaamoleen kunneen naannoo Sidaamaa Magaalaa Wandoogannattitti argamuun Kompiiyuutaroota 20 fi kitaabilee kuma 3 fi 500 deeggarsa taasiisaniiru.
Dabalataan barattoota maatii harka qalleeyyii kuma tokkotti hiiqaniif Boorsaa fi barattoota shamarranii 700 ta’aniif ammmoo meeshaalee qulqullina ittiin eegatan deeggarsa taasiisuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Sidaamaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.